LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 4
  • Hiriyaa Gaaʼelaa Ogummaadhaan Filadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hiriyaa Gaaʼelaa Ogummaadhaan Filadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaan Namaaf ni Yaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Fuulleettan Isa Morme”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Hiriyaa Gaaʼelaa Ogummaadhaan Filadhaa

Solomoon dubartoota waaqolii sobaa waaqeffatan fuudhuudhaan murtoo ogummaa irratti hin hundoofne godheera (1Mo 11:1, 2; w18.07 18 key. 7)

Haadhotiin manaa Solomoon suutuma suuta garaan isaa Yihowaa irraa akka jalʼatu godhaniiru (1Mo 11:3-6; w19.01 15 key. 6)

Yihowaan Solomoonitti dheekkameera (1Mo 11:9, 10; w18.07 19 key. 9)

Suuraawwan garaa garaa: Obboleettiin qeenxee taate takka qoʼannaa dhuunfaa gochaa jirti, akkasumas waaʼee obboleessa qeenxee taʼe tokkoo yaadaa jirti. 1. Obboleessi sun walgaʼii gumii irratti yaada kennaa jira. 2. Lallaba addabaabayii irratti hirmaachaa jira. 3. Hojii Galma Walgaʼii suphuu irratti gargaarsa gochaa jira.

Dubbiin Waaqayyoo Kiristiyaanonni gaaʼela hin godhanne gaaʼela godhachuu kan qaban “Gooftaadhaan qofa” taʼuu akka qabu gorsa. (1Qo 7:39) Haa taʼu malee, namni tokko cuuphamuun isaa qofti hiriyaa gaaʼelaa gaarii akka taʼu isa hin godhu. Namni hiriyaa gaaʼelaa godhachuuf filattu sun garaa guutuudhaan Yihowaa tajaajiluu kee akka itti fuftu kan si gargaaru dhaa? Yihowaadhaaf jaalala cimaa akka qabu argisiiseeraa? Gaaʼela dhaabbachuuf walii galuu kee dura, akka gaariitti nama sana beekuuf yeroo ramadi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi