BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Kadhannaa Solomoon Gad of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse
Solomoon yeroo manni qulqullummaa eebbifame namoota duratti kadhannaa garaadhaa madde dhiheesseera (1Mo 8:22; w09 11/15 9 key. 9-10)
Solomoon Yihowaa jajateera, akkasumas xiyyeeffannaa gara ofii isaatti hin harkisne (1Mo 8:23, 24)
Solomoon gad of qabuudhaan kadhannaa dhiheesseera (1Mo 8:27; w99-AM 1/15 17 key. 7-8)
Solomoon keessumaa namoota uummata duratti kadhataniif fakkeenya gaarii ta’a. Yeroo akkasiitti namoota caalaa Yihowaa irratti xiyyeeffachuu qabna.