LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 6
  • Fulbaana 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 6

Fulbaana 19-25

1 MOOTOTA 13-14

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 14:13—Caqasni kun waaʼee Yihowaa maal nu barsiisa? (w10 10/1 9 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 13:1-10 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 7)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu dhugaa baʼuu irratti jalqabame, barumsa 01​ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun itti fufsiisi. (th qoʼannaa 9)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 qabxii 5 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 118

  • “Rakkina Diinagdee Isin Mudatu Amanannaadhaan Dandamadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa—“Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa” jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 19 qabxii 5-6, maal baratte?, irra deebii fi galma

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 56 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi