LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 27–Ebla 2

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 27–Ebla 2
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 27–Ebla 2

2 SEENAA BARAA 5-7

  • Faarfannaa 129 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 6:29, 30—Yaadawwan kadhannaa Solomoon irratti ibsaman kun nu jajjabeessuu kan dandaʼan akkamitti? (w10-AM 12/1 11 key. 7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 6:28-42 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Namni haasofsiistu erga fedhii argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Haasaan Ayyaana Yaadannoo erga xumuramee booda nama affeertee ayyaanicha irratti argame haasofsiisi; achiis gaaffii inni saganticha ilaalchisee kaasuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 17)

  • Haasaa: (Daq. 5) w93-AM 2/1 31—Mataduree: Haalli Addaa Nu Mudachuu Isaatiin Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamuu yoo Dadhabne Maaltu Godhama? (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 36

  • “Garaa Kee Eeggadhu”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 41 qabxii 5 fi maal baratte?, irra deebii fi galma

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 34 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi