LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 6
  • ‘Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • B8 Mana Qulqullummaa Solomoon Ijaare
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Gorsa Ogummaa Qabu Irraa Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa’

Yihowaan mana qulqullummaa isaaf taʼu filateera (2Se 7:11, 12)

Yihowaan ‘garaan koo yeroo hunda achi ni taʼa’ jedheera; kana jechuun isaa maqaa isaa wajjin wal qabatee wanta achi keessatti raawwatamuuf xiyyeeffannaa guddaa akka kennu argisiisa (2Se 7:16; w02-AM 11/15 5 key. 1)

Sabichi “garaa isaanii guutuudhaan” Yihowaa dura deddeebiʼuu isaanii yoo dhaaban, inni manni qulqullummaan akka balleeffamu ni heyyama (2Se 6:14; 7:19-21; it-2-E 1077-1078)

Suuraawwan garaa garaa: Sochiiwwan waaqeffannaa. 1. Obboleessi tokko kadhachaa jira. 2. Obboleettiin takka walgaʼii gumii irratti yaada kennaa jirti. 3. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko tajaajila irratti hirmaachaa jiru. 4. Obboleessi tokko Galma Walgaʼii qulqulleessaa jira. 5. Obboleessi tokko haadha manaa fi ijoollee isaa wajjin waaqeffannaa maatii gochaa jira. 6. Obboleettiin takka Kitaaba Qulqulluu ishii dubbisaa jirti. 7. Obboleettiin takka saanduqa buusii keessatti buusii gochaa jirti.

Yeroo manni qulqullummaa eebbifametti sabichi garaan isaanii yeroo hunda achi akka taʼu yaadanii taʼuu dandaʼa. Kan nama gaddisiisu garuu, sabichi suutuma suuta dinqisiifannaa waaqeffannaa Yihowaatiif qaban dhabaniiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Garaan koo waaqeffannaa kootiif xiyyeeffannaa akka kennu gochaa kanan jiru akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi