LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 11
  • Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faayidaa Ogummaan Qabu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Solomoon Mana Qulqullummaa Ijaare
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Kadhannaa Solomoon Gad Of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • B8 Mana Qulqullummaa Solomoon Ijaare
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 11
Solomoon mootichi bakka ijaarsa mana qulqullummaatti hojjetaan tokko pilaanii manichaa yommuu isaaf ibsu xiyyeeffanaadhaan dhageeffachaa jira.

Solomon Mootichi haala pirojektiin ijaarsa mana qulqullummaa irra jiru ilaalaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru

Solomoon mana qulqullummaa ijaaruuf mi’awwan sadarkaa olaanaa qaban fayyadameera (1Mo 5:6, 17; w11-AM 2/1 15)

Namoonni hedduun hojii kana irratti hirmaataniiru (1Mo 5:13-16; it-1-E 424; it-2-E 1077 key. 1)

Solomoonii fi sabichi piroojektii kana xumuruuf waggaa torbaaf jabaatanii hojjetaniiru (1Mo 6:38; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Solomoonii fi sabichi jaalala Yihowaaf qabaniin kaka’anii waan hojjetaniif ulfina Yihowaatiif mana qulqullummaa bareedaa ijaaruu danda’aniiru. Kan nama gaddisiisu garuu, dhaloonni isaan booda jiraatan, jaalalli waaqeffannaa Yihowaadhaaf qaban xiqqaachaa deemeera. Mana qulqullummaa hin kunuunsine, kanaan kan ka’es dhuma irratti manni qulqullummaan kun balleeffameera.

Obboloonnii fi obboleettonni gammachuudhaan yommuu Galma Walga’ii qulqulleessan. Warri duuba isaanii jiran buusii gochaa, haasa’aa fi barreeffama sirreessaa jiru.

AKKAS JEDHII OF GAAFADHU: ‘Waaqeffannaa Yihowaatiif jaalalan qabu eeggachuuf maal gochaan jira?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi