LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 12
  • Gorsa Ogummaa Qabu Irraa Fayyadamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gorsa Ogummaa Qabu Irraa Fayyadamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Duratti Fudhatama Argachuu Dandaʼa Ture
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Gorsa Gaafachuu kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • ‘Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Solomoon Mootichi Murtoo Ogummaa Irratti hin Hundoofne Godhe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gorsa Ogummaa Qabu Irraa Fayyadamaa

Rooboʼaam murtoo gochuun isa barbaachisee ture (2Se 10:1-4; w18.06 13 key. 3)

Rooboʼaam warra kaan gorsa gaafatee ture (2Se 10:6-11; w01-AM 9/1 28-29)

Rooboʼaam gorsa ogummaa irratti hundaaʼe fudhachuu waan dideef innis taʼe sabichi rakkinaaf saaxilamaniiru (2Se 10:12-16; it-2-E 768 key. 1)

Mana nyaata keessatti obboleettiin shamarree taate takka obboleettii maanguddoo takka akka gaariitti dhaggeeffachaa jirti.

Obboloonni maanguddoon karaa hafuuraa bilchaatoo taʼan muuxannoo waan qabaniif yeroo baayʼee haalli tokko dhumni isaa maal akka taʼu beekuu dandaʼu.—Iyo 12:12.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gumii keessaa eenyu irraan gorsa gaarii argachuu dandaʼa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi