LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 5
  • Solomoon Mootichi Murtoo Ogummaa Irratti hin Hundoofne Godhe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Solomoon Mootichi Murtoo Ogummaa Irratti hin Hundoofne Godhe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Solomoon Mootii Ogeessa Ture
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Fakkeenya Gaariimoo Akeekkachiisa Siif Taʼa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 5
Solomoon Mootichi murtoo tokko gochuuf yaadaa jira. Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Magaalaa dallaa cimaa qabu. 2. Fardeenii fi gaariiwwan fardaa. 3. Namoonni lamaa jabaatanii dallaa dhagaa ijaaraa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Solomoon Mootichi Murtoo Ogummaa Irratti hin Hundoofne Godhe

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Seenaa Baraa jedhamu taphachiisi.]

Solomoon fardeenii fi gaarii fardaa hedduu Gibxiidhaa fichisiise (Kes 17:15, 16; 2Se 1:14, 17)

Fardeenii fi gaariiwwan fardaa kana kunuunsuuf namoonnii fi magaalonni dabalataa ni barbaachisu turan (2Se 1:14; it-1-E 174 key. 5; 427)

Sabichi yeroo bulchiinsi Solomoon gaarii turetti jireenya gaarii jiraachaa kan turan taʼus, booda baʼaa guddaa isaanitti feʼeera; kanaaf Rooboʼaam yeroo mootii taʼetti isa irratti fincilan, sababiin isaas inni jireenyi caalaatti akka isaanitti ulfaatu godhee ture. (2Se 10:3, 4, 14, 16) Murtoon goonu yeroo hunda wanta fidu qaba.—Gal 6:7

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi