LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 2
  • Warra Kaan Akka Yihowaan Isaan Ilaalutti Ilaali

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warra Kaan Akka Yihowaan Isaan Ilaalutti Ilaali
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yoshaafaax Yihowaatti Amaname
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Wantoota Barreeffamaniif Xiyyeeffannaa ni Kennituu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Warra Kaan Akka Yihowaan Isaan Ilaalutti Ilaali

Yoshaafaax Mootichi, Ahaab Mootichaa wajjin hariiroo sirrii hin taane uume (2Se 18:1-3; w17.03 24 key. 7)

Yihowaan Yoshaafaaxiin sirreessuuf Yehuu erge (2Se 19:1, 2)

Yihowaan wantoota gaggaarii Yoshaafaax raawwate yaadateera (2Se 19:3; w15 8/15 11-12 key. 8-9)

Obboleessi tokko Galma Walgaʼii keessatti qulqulleessuu dhiisee gammachuudhaan abbaa fi ilma tokko wajjin yommuu haasaʼu obboleessi kan biraan aaree ilaalaanii jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dadhabina obboloonnii fi obboleettonni koo qaban irratti xiyyeeffachuu dhiisee akkuma Yihowaa amaloota gaggaarii isaan qaban irrattin xiyyeeffadhaa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi