LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 6
  • Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Sodaachuu kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 6
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Yehoyaadaa fi Yoshaabet, Yoʼaas mucicha dhoksuudhaaf isa fudhatanii suuta jedhanii deemaa jiru. 2. Yehoyaadaa Lubni Olaanaan Yoʼaas isa mucaa taʼe irra gonfoo mootii kaʼaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa

Yoshaabetii fi abbaan manaa ishii Yehoyaadaan, Yoʼaasiin Ataaliyaa irraa eeganiiru (2Se 22:11, 12; w09-AM 4/1 24 key. 1-2)

Yehoyaadaan Yoʼaasiin mootii gochuuf ija jabinaan tarkaanfii fudhateera (2Se 23:1-11, 14, 15; w09-AM 4/1 24 key. 3-5)

Yehoyaadaan moototaa wajjin waan awwaalameef ulfinni addaa isaaf kennameera (2Se 24:15, 16; it-1-E 379 key. 5)

KANA IRRATTI XIINXALI: Kutaa waaqeffannaa koo isa kam irrattan caalaatti ija jabina agarsiisuu qaba?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi