LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 7
  • Caamsaa 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 7

Caamsaa 22-28

2 SEENAA BARAA 25-27

  • Faarfannaa 80 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 26:4, 5—Obboloota bilchaatoo gorsa gaarii nuuf kennan qabaachuun barbaachisaa taʼuu isaa ilaalchisee fakkeenya Ooziyaa irraa maal baranna? (w07-AM 12/15 10 key. 1-2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 25:1-13 (th qoʼannaa 12) 

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 10 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 136

  • Jireenya Bara Baraa Argachuuf Aarsaa Akkamiiyyuu Kaffaluu (Mar 10:29, 30): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Waadaan Yesuus Maarqos 10:29, 30 irratti gale maal gochuuf nu kakaasuu qaba? Yesuus jalqaba irratti yommuu obboloonni isaa isatti amanuu didan maal godhe? Waaʼee miseensota maatii keenya Dhugaa Baatota hin taanee maal sammuutti qabachuu qabna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 46

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 51 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi