LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 7
  • “Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaatti Amanami—Yoom?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”

Amaaziyaan diinota Waaqayyoo waraanuuf loltoota qacare (2Se 25:5, 6)

Namni Waaqa dhugaa tokko Amaaziyaan loltoota kana gara mana isaaniitti akka deebisu isa gorse (2Se 25:7, 8; it-1-E 1266 key. 6)

Yihowaan Amaaziyaadhaaf maallaqa inni baase caalaa deebisee isaaf kennuu dandaʼa (2Se 25:9, 10)

Fakkiiwwan garaa garaa: Obboleettiin takka waaʼee jireenya faallaa taʼe lamaa yaadaa jirti. 1. Yommuu gara daree deemanitti shamarree Dhugaa Baatuu hin taane tokko wajjin yeroo dabarsaa jirti; Obboleettii maanguddoo tokko wajjin tajaajilaa jirti. 2. Iddoo hojii ishiitti dhiisifattee hojjechaa jirti; Gammachuudhaan piroojektii ijaarsaa tiʼookraasii irratti hirmaachaa jirti. 3. Bakka hojiitti ibsa kennaa jirti; Dubartii takka Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jirti.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Caalaatti guutummaatti Yihowaa tajaajiluuf aarsaa akkamii kaffaluun dandaʼa? Kunoo eebbawwan akkamii naaf argamsiisuu dandaʼa?’—Mil 3:10; w21.08 30 key. 16.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi