LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 8
  • Caamsaa 29–Waxabajjii 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 29–Waxabajjii 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 8

Caamsaa 29–Waxabajjii 4

2 SEENAA BARAA 28-29

  • Faarfannaa 54 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 29:25—Faayidaa sirreeffama Yihowaa fudhachuun qabu ilaalchisee fakkeenyi Naataan maal nu barsiisa? (w12 2/15 24-25)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 28:1-11 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 19)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6) lff barumsa 10 qabxii 4 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 56

  • “Yihowaan ‘Ijoollee Abbaa hin Qabneef Abbaa Dha’”: (Daq. 8) Marii fi viidiyoo.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 47

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi