LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 8
  • Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Amanamaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Hisqiyaas
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa

Akaaz Mootichi inni abbaa Hisqiyaas taʼe wantoota jibbisiisoo raawwateera (2Se 28:1; w16.02 14 key. 8)

Hisqiyaas abbaan isaa fakkeenya gaarii isaaf taʼuu baatus inni Yihowaa tajaajiluu filateera (2Se 29:1-3; w16.02 14 key. 9-11)

Hisqiyaas warri kaanis amanamummaa dhabuun abboota isaanii Yihowaa tajaajiluu akka dhaaban akka isaan hin goone isaan jajjabeesseera (2Se 29:4-6)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi dargaggeessa taʼe tokko yommuu maatiin isaa warri Dhugaa Baatota hin taane mana ayyaanaaf qopheessaan barreeffama keenya qoʼataa jira. 2. Obboleessumti kun walgaʼii irratti yaada kennaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dargaggoota warri isaanii Yihowaa hin tajaajilleef madda jajjabinaa taʼuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi