LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 9
  • Yihowaan “Ijoollee Abbaa hin Qabneef Abbaa Dha”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan “Ijoollee Abbaa hin Qabneef Abbaa Dha”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ijoolleen Keessan Akka Milkaaʼan Gargaaruuf Dhugaawwan Buʼuuraa Kitaaba Qulqulluutti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • ‘Eenyuun Akka Tajaajiltan Filadhaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 9
Obboleessi dargaggeessi mata duree “Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa” jedhu irratti fakkiin isaa mulʼate obboleessa bilchaataa taʼe tokko wajjin yommuu wajjin tajaajilanitti haasaʼaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan “Ijoollee Abbaa hin Qabneef Abbaa Dha”

Waggaa waggaadhaan dargaggoonni baayʼeen michuu Yihowaa taʼuuf filachaa jiru. (Fr 110:3) Yihowaan tokkoon tokkoon keessaniif baayʼee yaada. Rakkoowwan addaa isin mudatan ni hubata, akkasumas akka isa tajaajiltaniif isin gargaaruuf waadaa galeera. Abbaa ykn haadha qofaan kan guddattan yoo taʼe, Yihowaan “ijoollee abbaa hin qabneef abbaa” taʼuu isaa yaadadhaa. (Fr 68:5) Haalli maatii keessanii maaliyyuu yoo taʼe, leenjii Yihowaan isinii kennuun milkaaʼuu ni dandeessu.—1Ph 5:10.

Suuraa Viidiyoo “Warra Amantiidhaaf Jabaatanii Loluu Irratti Milkaaʼina Argatan—Ijoollee Abbaa Ykn Haadha Qofaan Guddatan” jedhamu irraa fudhatame. Taamii Laadlow.

VIIDIYOO WARRA AMANTIIDHAAF JABAATANII LOLUU IRRATTI MILKAAʼINA ARGATAN—IJOOLLEE ABBAA YKN HAADHA QOFAAN GUDDATAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Fakkeenya Taamii, Chaarlasii fi Jiimii irraa maal barattan?

  • Faarfannaan 27:10 warra abbaa ykn haadha qofaan guddataniif jajjabina akkamii kenna?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi