Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:
1. Yihowaan namoota akkamii barbaada? (Yoh. 4:23, 24)
2. Hafuurri qulqulluun wanta hundarra caalu Yihowaadhaaf kennuuf kan nu gargaaru akkamitti? (HoE. 16:6-10; 1 Qor. 2:10-13; Filp. 4:8, 9)
3. ‘Dhugaa kan mulʼisnu’ akkamitti? (2 Qor. 4:1, 2)
4. Dhugaadhaan waaqeffachuun maal dabalata? (Fak. 24:3; Yoh. 18:36, 37; Efe. 5:33; Ibr. 13:5, 6, 18)
5. ‘Dhugaa bitachuu fi matumaa gurguruu’ irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti? (Fak. 23:23)
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
CA-copgm26-OA