LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-brpgm26 ful. 4
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Ilaaltuun Olaanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guddina Gochaa Jirtu Galmeessi
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
CA-brpgm26 ful. 4

Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. 1. ‘Wanta hafuurri dubbatu dhagaʼuu’ kan dandeenyu akkamitti? (Mul. 1:3, 10, 11; 3:19)

  2. 2. Jabaannee hojjechuu fi jabaannee dhaabbachuu keenya itti fufuuf maaltu nu gargaara? (Mul. 2:4)

  3. 3. Ariʼatama ija jabinaan dandamachuuf qophaaʼuu kan dandeenyu akkamitti? (Fak. 29:25; Mul. 2:10, 11)

  4. 4. Amantii Yesuusirratti qabnu ganuurraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti? (Mul. 2:12-16)

  5. 5. Wanta qabnu cimsinee qabachuu kan dandeenyu akkamitti? (Mul. 2:24, 25; 3:1-3, 7, 8, 10, 11)

  6. 6. Hinaaffaa qabaannee itti fufuuf maaltu nu gargaara? (Mul. 3:14-19; Mat. 6:25-27, 31-33)

© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-brpgm26-OA

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi