LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 14
  • Yihowaatti Amanami—Yoom?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaatti Amanami—Yoom?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • ‘Gatii Dadhabbii Keessanii In Argattu’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Yeroo Nagaa Ogummaadhaan Fayyadamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 14

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaatti Amanami—Yoom?

Aasaan raayyaa guddaa tokko injifachuuf Yihowaatti amanameera (2Se 14:9-12; w21.03 5 key. 12)

Yeroo booda garuu Aasaan raayyaa xinnoo tokko injifachuuf Sooriyaatti amanameera (2Se 16:1-3; w21.03 5 key. 13)

Aasaan gargaarsa isaatti amanamuu isaa waan itti hin fufneef Yihowaan isatti hin gammanne (2Se 16:7-9)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Dargaggeessi tokko cuuphamaa jira. 2. Dargaggeessi kun televizyinii fuuldura taaʼee sagantaa ilaalu filachaa jira.

Jireenya keenya keessatti yeroo murtoo guguddaa goonutti Yihowaatti amanamuu dandeenya taʼa; garuu yeroo murtoo xixinnoo goonutti hoo? Daandii keenya hundumaa irratti Yihowaa tilmaama keessa galchuun keenya barbaachisaadha.—Fak 3:5, 6; w21.03 6 key. 14.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi