LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 12
  • Waxabajjii 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 12

Waxabajjii 19-25

2 SEENAA BARAA 34-36

  • Faarfannaa 97 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 35:20-23—Wanta Yosiyaas isa mootii gaarii taʼe irra gaʼee irraa akeekkachiisa akkamii arganna? (w17.03 27 key. 15-17)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 35:1-14 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii mata duree “Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Kanneen Irraa Caalaatti Fayyadamuu kan Dandeessu Akkamitti?” jedhu irratti yaada gabaabaa kenni. (th qoʼannaa 7)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)

  • Haasaa: (Daq. 5) w17.09 25-26 key. 7-10—Mataduree: Humna Dubbii Waaqayyoo Tajaajila Keessan Irratti Fayyadama. (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 96

  • “Kitaaba Qulqulluu Isa Sagaleedhaan Waraabame Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 48 qabxii 5, maal baratte?, irra deebii fi galma

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 117 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi