LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 12
  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yosiyaas Hiriyoota Gaarii Qaba Ture
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 12
Yosiyaas Mootichi gadduu isaa irraan kan kaʼe uffata isaa yommuu tarsaasu.

Yosiyaas Kitaabni Seera Yihowaa yommuu dubbifamu yeroo dhagaʼu uffata isaa tarsaase

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?

Yosiyaas Dubbii Waaqayyoo sirriitti dhaggeeffateera (2Se 34:18, 19; Fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Hiika wanta dhaggeeffachaa jiru sanaa hubachuuf carraaqqii cimaa godheera (2Se 34:21; it-1-E 1157 key. 4)

Wanta barate irratti hundaaʼee tarkaanfii fudhateera (2Se 34:33; w09 6/15 10 key. 20)

Obboleessi tokko Kitaaba Qulqulluu erga dubbiseen booda geemiiwwan hammeenya jajjabeessan balleessaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Waaʼee Yihowaa wantan Kitaaba Qulqulluu isa Dubbii isaa taʼe irraa baradhe dafee hojii irra nan oolchaa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi