LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 4
  • Adoolessa 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 4

Adoolessa 10-16

IZRAA 7-8

  • Faarfannaa 82 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Amalli Izraa Yihowaaf Ulfina Fideera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iz 8:1—Yihudoonni Baabilon keessa turan hedduun Izraa wajjin gara Yerusaalem deemuu kan hin barbaanne maaliif ture? (w06-AM 1/15 19 key. 10)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iz 8:21-36 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Rakkina—1Yo 5:19 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 59

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 50 qabxii 1-5 fi saanduqa “Kana Beektaa?” jedhu keessaa viidiyoo Ijoollee Keessan Eegaa jedhamu

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 134 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi