LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 3
  • “Misiraachichaaf Falmuu fi Seera Duratti Fudhatama Akka Argatu Gochuu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Misiraachichaaf Falmuu fi Seera Duratti Fudhatama Akka Argatu Gochuu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Saaduqa Gaaffii
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 3
Suuraawwan garaa garaa: 1. Geetii fi Marrii Barneet. 2. Obboleessa Kookinaakasii fi warri kaan Mana Murtii Mirgoota Namummaa Awurooppaatti dhihaatanii. 3. Dhugaa Baatota Yihowaa Mana Murtii Naannoo Roostoov Raashiyaatti. 4. Gareen obbolootaa Mana Murtii Heeraa Kooriyaa Kibbaa fuulduraa dhaabbatanii.

Kokkinakis v. Greece: Droit réservé

Karaa bitaa gubbaadhaa gara gadiitti: West Virginia State Board of Education v. Barnette; Kokkinakis v. Greece; Taganrog LRO and Others v. Russia; Cha and Others v. South Korea

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Misiraachichaaf Falmuu fi Seera Duratti Fudhatama Akka Argatu Gochuu”

Israaʼeloonni mana qulqullummaa deebisanii akka hin ijaarre mormitoonni yommuu isaan dhaabsisuuf yaalanitti, Israaʼelonni hojii isaanii seera qabeessa gochuuf wanta dandaʼan hunda godhaniiru. (Iz 5:11-16) Haaluma wal fakkaatuun Kiristiyaanonni yeroo harʼaa jiranis, misiraachichaaf falmuu fi seera duratti fudhatama akka argatu gochuuf carraaqaa jiru. (Flp 1:7) Kana galmaan gaʼuuf, bara 1936​tti waajjira muummeetti Kutaan Seeraa hundaaʼeera. Yeroo harʼaatti, Kutaan Seeraa Waajjira Muummee carraaqqii addunyaa maratti hojii Mootummichaatiif falmuuf godhamu qindeessaa jira. Maarree kutaan kun hojii Mootummichaa deggeraa fi saba Waaqayyoo fayyadaa kan jiru akkamitti?

VIIDIYOO KUTAA SEERAA WAAJJIRA MUUMMEETTI ARGAMU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARGAMAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Dhugaa Baatonni Yihowaa seeraa wajjin wal qabatee rakkoowwan akkamii isaan mudataniiru?

  • Gama seeraatiin injifannoo akkamii arganneerra? Fakkeenya tokko kenni

  • Tokkoon tokkoon keenya “misiraachichaaf falmuu fi seera duratti fudhatama akka argatu gochuuf” maal gochuu dandeenya?

  • Waaʼee dhimmoota seeraa saba Waaqayyoo ilaallatanii fi Dhugaa Baatota Yihowaa sababii amantii isaaniitiif hidhamanii jiranii weebsaayitii keenya irraa iddoo kamii argachuu dandeenya?

Gosa tajaajilaa tokko irratti utuu hirmaachaa jirtuu, abbootiin taayitaa seera cabsaa akka jirtu yoo sitti himan mirga seeraa qabdu dubbachuudhaan dhimmicha ofuma keetiin furuuf hin yaalin. Kanaa mannaa, yeruma sana ajaja isaan siif kennan kabajaan raawwadhu. Namni lallabuu kee akka dhaabdu sii ajaje poolisii yoo taʼe, kan dandaʼamu taanaan malaan lakkoofsa waraqaa eenyummaa isaa fi waajjira isaa argachuuf yaali. Achiis waajjira damee irraa gargaarsa dabalataa akka gaafataniif yeruma sana dhimmicha jaarsolii beeksisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi