LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/09 ful. 3
  • Saaduqa Gaaffii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saaduqa Gaaffii
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Misiraachichaaf Falmuu fi Seera Duratti Fudhatama Akka Argatu Gochuu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Gamoowwan Keessatti ‘Guutummaatti Wangeela Dhugaa Ba’aa’
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Dafnee Deemuu Kan Qabnu Maaliifi?
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Gumiin Kiristiyaanaa kan Gurmaaʼe Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 10/09 ful. 3

Saaduqa Gaaffii

◼ Lallabuu akka dhaabdan yoo ajajamtan maal gochuu qabdu?

Yeroo tokko tokko babal’istoonni bifa tajaajilaa tokko tokkorratti hirmaachaa utuu jiranii, poolisiin seera cabsaa akka jiran itti himuudhaan lallabuusaanii akka dhaaban isaan ajaja. Haalli akkasii yoo isin mudate, yeruma sana kabajaan naannoo sana dhiistanii deemuu qabdu. (Mat. 5:41; Filp. 4:5) Karaa seeraa mirga akka qabnu ibsuudhaan ofuma keessanii dhimma sanaaf furmaata argamsiisuuf yaalii hin godhinaa. Danda’amnaan lakkoofsa waraqaa eenyummaa poolisichaafi lakkoofsa ganda inni itti ramadamee malaan qabachuuf yaalaa. Isa booda dhimma kana waajjira dameetti akka beeksisaniif utuu hin turin jaarsoliitti himaa. Haaluma wal fakkaatuunis itti gaafatamaan gamoo tokkoo ykn namni bakka bu’aa ta’e kamiyyuu gamoo sana keessaa akka baatan yoo isin ajaje yeruma sana gamoo sana dhiisa deemaa, dhimmasaas yeruma sana jaarsoliitti himuu qabdu. Namoota aboo qaban biratti amala garraamummaafi gad of deebisuu argisiisuun, utuu hin barbaachisin rakkinni akka hin uumamne gochuurratti gumaacha guddaa qaba.—Fak. 15:1; Rom. 12:18.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi