LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 12
  • Hagayya 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 12

Hagayya 21-27

NAHIMIYAA 10-11

  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Nah 10:34—Sabichi qoraan dhiheessuun kan isa barbaachise maaliif ture (w06-AM 2/1 11 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 10:28-39 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1) 

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, kutaa “Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Kanneen Irraa Caalaatti Fayyadamuu kan Dandeessu Akkamitti?” jedhu gabaabsaa mariʼadhaa. (th qoʼannaa 4)

  • Haasaa: (Daq. 5) w11 2/15 15-16 key. 12-15—Mata Duree: Aarsaawwan Waaqayyo Duratti Fudhatama Qaban. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 81

  • “Waggaa Tajaajilaa Haaraaf Galmawwan Akkamii Baafatteetta?”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • “Duula Addaa Jiʼa Fulbaanaatti Mootummaa Waaqayyoo Beeksisuuf Goonu!”: (Daq. 5) Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Duulicha irratti hinaaffaadhaan akka hirmaatan jajjabeessi, akkasumas qophii gumichi godhe dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 55 qabxii 1-4

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 92 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi