LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 12
  • Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • “Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Namoonni Amanamoon Wareegasaanii ni Raawwatu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • ‘Dhugaa Isa Bifa Macaafaatti Qophaaʼerraa’ Baradhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru

Maatiiwwan dhaala isaanii dhiisanii Yerusaalemitti akka galan gaafatamanii turan (Nah 11:1; w98-AM 10/15 22 key. 13)

Warri aarsaa kana kaffalan eebbifamaniiru (Nah 11:2; w86-E 2/15 26)

Eebbi Yihowaan kennu yeroo hundumaa aarsaa kaffallu irra ni caala (Mil 3:10; w16.04 8 key. 15)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko miʼoota isaanii saanduqaa fi shaanxaatti naqaa jiru. 2. Hiriyootumtti gaaʼelaa kun biyya alaatti tajaajilaa jiru, misiraachicha dubartii tokkotti himaa jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaa tajaajiluuf jecha aarsaa kaffaluu kootiin eebbawwan akkamii argadheera?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi