LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 6
  • Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warri Kaan Wanta Isaaniif Dand⁠a⁠ʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Akkaataa Yihowaan Aangoo Isaa Itti Fayyadamu Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera

Mordekaayiif aangoo guddaan kennamee ture (As 9:4; it-2-E 432 key. 2)

Yihowaadhaaf ulfina fiduuf ayyaana waggaa hundeesseera (As 9:20-22, 26-28; it-2-E 716 key. 5)

Faayidaa saba isaatiif hojjeteera (As 10:3)

Jaarsi gumii dargaggeessa t⁠a⁠ʼe tokko yommuu obboleettii maanguddoo t⁠a⁠ʼanii wajjin tajaajilutti obboleettiin kun irree isaa akka qaban gochuudhaan isaan deggeraa jira.

Namoonni yeroo harʼaatti jaarmiyaa Yihowaa keessatti hamma tokko aangoo qaban fakkeenya Mordekaay hordofuuf wanta isaaniif dandaʼame hunda godhu.—cl 121-122 key. 12-13.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi