LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 3
  • Warri Kaan Wanta Isaaniif Dand⁠a⁠ʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warri Kaan Wanta Isaaniif Dand⁠a⁠ʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Warri Kaan Wanta Isaaniif Dandaʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa

Mordekaay ija jabeessaa fi Yihowaadhaaf amanamaa ture (As 3:2-4; it-2-E 431 key. 7)

Mordekaay Asteer saba ishii deggeruuf wanta ishiidhaaf dandaʼame hunda akka gootu ishii gargaareera (As 4:7, 8; it-2-E 431 key. 9)

Asteer ija jabeettii akka taatuu fi Yihowaatti akka amanamtu ishii jajjabeesseera (As 4:12-14; ia 153-154 key. 22-23)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Jaarsi tokko utuma tajaajila irra jiranii dargaggeessa tokko yeroo jajjabeessu. 2. Obboleessi dargaggeessa t⁠a⁠ʼe tokko Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa galee barachuuf intarneetiidhaan yeroo foormii guutu. 3. Yeroo booda obboleessi kun Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa irraa ni eebbifame.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dubbiin koo fi gochi koo obboloonni gumii keessa jiran wanta isaaniif dandaʼame hunda akka godhan kan gargaarudha?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi