LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 27–Muddee 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 27–Muddee 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 6

Sadaasa 27–Muddee 3

IYYOOB 20-21

  • Faarfannaa 38 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iyo 20:2—Jaarsoliin namoota ‘yaada isaanii isa isaan rakkisu’ wajjin waldhaansoo godhan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti? (w95-AM 1/1 9 key. 19)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 20:1-22 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 6)

  • Haasaa: (Daq. 5) g-AM 5/09 12-13—Mata Duree: Waaqayyo Sooressa Akka Taatu ni Barbaadaa? (th qoʼannaa 17)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 136

  • “Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 2 key. 16-23

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi