LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 6
  • Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti

Zofaar ‘Waaqayyo badhaadhina hamootaa ni balleessa’ jechuudhaan Iyyoob cubbuu akka hojjete dubbate (Iyo 20:5, 10, 15)

Iyyoobis deebisee, ‘Maarree hamoonni kan badhaadhan maaliifi?’ jedhe (Iyo 21:7-9)

Fakkeenyi Yesuus qajeelonni sooreyyii taʼuu dhiisuu akka dandaʼan argisiisa (Luq 9:58)

Obboleessi tokko maatii mana isaanii isa dulloomaa fuuldura jiraniif caqasa tokko dubbisaa jira. Haatii fi ilmi ishee inni xinnoon xiyyeeffannaadhaan yommuu dhaggeeffatanitti abbaan Kitaaba Qulqulluu isaa baasee hordofaa jira.

KANA IRRATTI XIINXALI: Sooressas taʼe hiyyeessa wanti namni qajeelaan dursa kennuufii qabu maalidha?—Luq 12:21; w07 8/1 30 key. 12.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi