LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 10
  • Muddee 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 10

Muddee 11-17

IYYOOB 25-27

  • Faarfannaa 34 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Amanamaa Taʼuun Nama Mudaa hin Qabne Taʼuu hin Gaafatu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iyo 26:14—Waaʼee uumamaa wanti beeknu muraasa taʼuullee waaʼee Yihowaa maal amannee fudhachuuf dirqamna? (w16.11 9 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 25:1–26:14 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. JW.ORG irraa odeeffannoo xiyyeeffannaa isaa harkisu tokko akkamitti argachuu akka dandaʼu itti argisiisi. (th qoʼannaa 17)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 13 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • “Amanamummaa fi Yaada Keenya”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 3 key. 4-11

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi