LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Bitootessa ful. 10-11
  • Ebla 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Bitootessa ful. 10-11

EBLA 8-14

FAARFANNAA 26-28

Faarfannaa 34 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Daawit Mootichi garaadhaa kadhachaa jira.

1. Daawit Amanamummaa Isaa Cimsachuuf Maal Godhe?

(Daq. 10)

Daawit Yihowaan akka isa qulqulleessu kadhateera (Far 26:1, 2; w04-AM 12/1 14 key. 8-9)

Daawit michummaa gadhee uumuu irraa fagaateera (Far 26:4, 5; w04-AM 12/1 15 key. 12-13)

Daawit Yihowaa waaqeffachuu jaallata ture (Far 26:8; w04-AM 12/1 16 key. 17-18)


Daawit dogoggora kan raawwate taʼus, ‘garaa qulqulluudhaan’ jiraateera. (1Mo 9:4) Garaa guutuudhaan Yihowaa jaallachuu fi isa tajaajiluudhaan amanamaa taʼuusaa mulʼiseera.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 27:10—Caqasni kun yeroo namoonni baayʼee nutti dhihaatan nu dhiisanitti kan nu jajjabeessu akkamitti? (w06 8/1 19 key. 15)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Far 27:1-14 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 2) MANAA GARA MANAA. Tiraaktii Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko fayyadami. (th qoʼannaa 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Gaaffii duuba tiraaktii yeroo darbe kenniteef irra jiru irratti mariʼadhaa. Weebsaayitii jw.org itti argisiisi, akkasumas wantoota achirra jiran keessaa tokko itti argisiisi. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

6. Haasaa

(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 3—Mataduree: Lafti ni Haareffamti. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 128

7. Dargaggoota Naamusa Qaban

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Dargaggeessi tokko caqasa dubbise tokko irratti xiinxalaa jira. Isa cinaatti saanduqni viidiyoo, “Jireenya Dargaggummaa koo​—Dhiibbaa Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Akkan Raawwadhu Narra Gaʼu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu qabate ni mulʼata. Viidiyichi Yooseef haadha manaa Phoxifaariin yommuu baqatu argisiisaa jira.

Dargaggoonni halalummaa irraa fagaachuuf carraaqqii cimaa gochuu qabu. Cubbuun dhaalanii fi fedhiin saalqunnamtii inni umurii kanatti isaanitti cimu, wanta sirrii taʼe raawwachuun akka isaanitti ulfaatu gochuu dandaʼa. (Rom 7:21; 1Qo 7:36) Akkasumas, sodoomummaa dabalatee ejja akka raawwatan dhiibbaa yeroo hundumaa isaanirra gaʼu dandamachuu qabu. (Efe 2:2) Dargaggoota Yihowaadhaaf ajajamuu isaanii itti fufanitti ni boonna.

VIIDIYOO Jireenya Dargaggummaa Koo—Dhiibbaa Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Akkan Raawwadhu Narra Gaʼu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Koorii fi Kaamriin hiriyoota isaaniirraa dhiibbaan akkamii isaan irra gaʼee ture?

  • Amanamummaa isaanii eeggachuuf maaltu isaan gargaare?

  • Haalawwan akkasii keessatti qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu kamfaatu si gargaara?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 8 key. 5-12

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 38 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi