LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Bitootessa ful. 12
  • Ebla 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Bitootessa ful. 12

EBLA 15-21

FAARFANNAA 29-31

Faarfannaa 108 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Adabni, Karaa Waaqayyo Jaalala Itti Argisiisudha

(Daq. 10)

Daawit utuu hin ajajamin erga hafee booda, Yihowaan fuulasaa isa jalaa dhokseera (Far 30:7; it-1-E 802 key. 3)

Daawit yaada geddarachuudhaan Yihowaan gara laafina akka isatti argisiisu kadhateera (Far 30:8)

Yihowaan akkuma Daawititti aaretti itti hin fufne (Far 30:5; w07-AM 3/1 19 key. 1)


Faarfannaa 30n, Daawit Israaʼeloota lakkaaʼuudhaan cubbuu erga raawwatee booda wantoota raawwataman ibsa.—2Sa 24:25.

Nama gumiidhaa baafamee fi Galma Walgaʼii seenuusaa dura konkolaataa isaa keessa taaʼee kadhachaa jiru.

KANA IRRATTI XIINXALI: Namni gumiidhaa baafame tokko adaba isaaf kenname irraa fayyadamuudhaan, yaada akka geeddarate akkamitti argisiisuu dandaʼa?—w21.10 6 key. 18.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 31:23—Yihowaan nama of tuulu tokko akka malee ykn adabbii guddaa kan adabu akkamitti? (w06-E 5/15 19 key. 13)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Far 31:1-24 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 1) LALLABA ADABAABAYII. Nama hojiin itti baayʼatu tokkoof gabaabsii dhugaa baʼi. (lmd barumsa 5 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Haadha tokkotti viidiyoo ijoollee tokko argisiisi, akkasumas viidiyoowwan dabalataa akkamitti akka argattu itti argisiisi. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 3) LALLABA ADABAABAYII. Nama kanaan dura qoʼachuu akka hin barbaanne dubbate tokko, Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

7. Barattoota Gochuu

(Daq. 4) lff barumsa 14 qabxii 5 (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 45

8. Amantii kan Qabaanne Maaliifi? Jaalala Waaqayyoo Irratti

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

Muuxannoon kun waaʼee jaalala Waaqayyoo maal nu barsiisa?

9. Gabaasa Sagantaa Kutaa Diizaayinii fi Ijaarsaa Naannoo 2024

(Daq. 8) Haasaa. VIDIYICHA taphachiisi.

10. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 8 key. 13-21

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 99 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi