LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Bitootessa ful. 13
  • Ebla 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Bitootessa ful. 13

EBLA 22-28

FAARFANNAA 32-33

Faarfannaa 103 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Cubbuu Cimaa Himachuu Kan Qabnu Maaliifi?

(Daq. 10)

Daawit, tarii cubbuu isaa (cubbuu Baati Sheebaa wajjin hojjete taʼuu hin oolu) dhoksuuf yeroo yaaletti dhiphatee ture (Far 32:3, 4; w93-AM 3/15 9 key. 7)

Daawit cubbuusaa Yihowaatti himatee dhiifama argateera (Far 32:5; cl 314 key. 8)

Daawit erga Yihowaan dhiifama isaaf godhee booda nagaa argateera (Far 32:1; w01-AM 6/1 30 key. 1)

Fakkiiwwan: 1. Obboleessi dargaggeessi tokko baayʼee gaddee mataa isaa harka isaa lamaan gidduu kaaʼee jira. 2. Ni kadhate. 3. Jaarsolii lamaa wajjin wal arge. 4. Kana booda sammuun isaa waan isa hin ceephaaneef gammadaa jira.

Cubbuu cimaa yoo hojjenne, gad of qabnee balleessaa keenya amanuudhaan cubbuu keenya Yihowaatti himachuu fi dhiifama akka nuuf godhu gaafachuu qabna. Kana malees, jaarsoliin nageenya hafuuraa keenya deebisnee akka argannu waan nu gargaaraniif gargaarsa isaanii gaafachuu qabna. (Yaq 5:14-16) Akkas yoo goone Yihowaan nu haaromsa.—HoE 3:19.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 33:6—“Hafuura afaan” Yihowaa keessaa baʼu kan jedhame maalidha? (w06-AM 5/15 20 key. 1)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Far 33:1-22 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Gad of Qabi—Phaawulos Maal Godhe?

(Daq. 7.) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis lmd barumsa 4 qabxii 1 fi 2​rratti mariʼadhaa.

5. Gad of Qabi—Fakkeenya Phaawulos Hordofi

(Daq. 8) Birooshura lmd barumsa 4 qabxii 3-5 fi kutaa “Caqasoota Kanas Ilaali” jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 74

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 8 key. 22-24, saanduqa ful. 75 irra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi