LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Caamsaa ful. 10-11
  • Waxabajjii 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Caamsaa ful. 10-11

WAXABAJJII 10-16

FAARFANNAA 48-50

Faarfannaa 126 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Warri, Amantiin Maatiin Keessan Jaarmiyaa Yihowaarratti Qabu Akka Cimu Godhaa

(Daq. 10)

Ijoolleen keessan Yihowaa fi jaarmiyaa isaatti akka dhihaatan gargaaraa (Fr 48:12, 13; w22.03 22 key. 11; w11 3/15 19 key. 5-7)

Ijoollee keessan seenaa jaarmiyaa Yihowaa barsiisaa (w12 8/15 12 key. 5)

Fakkeenya taʼuudhaan maatiin keessan qajeelfama jaarmiyaa Yihowaa akka hordofu leenjisaa (Fr 48:14)

Suuraawwan: 1. Abbaan tokko kitaaba “Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu” jedhamu irraa qabxii tokko irratti ilma isaa wajjin mariʼachaa jira. 2. Maatiin tokko JW Biroodkaastingii ilaalaa jiru. 3. Maatiin tokko godambaa Beetel jiru daawwataa jiru. 4. Haati takka “Kitaaba Waggaa Dhugaa Baatota Yihowaa” fi kitaaba “Dhugaa Baatota Yihowaa—Labsitoota Mootummichaa (Ingiliffa)” jedhaman intala ishii wajjin qoʼachaa jirti.

YAADA WAAQEFFANNAA MAATIIF TAʼU: Darbee darbee jw.org irraa viidiyoowwan kutaa “jaarmiyaa keenya” jedhu jalatti baʼan ilaalaa, akkasumas irratti mariʼadhaa.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 49:6, 7—Israaʼeloonni qabeenya isaanii ilaalchisee maal yaadachuu qabu turan? (it-2-E 805)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 50:1-23 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Hin Sodaatin—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA Taphachiisi, achiis lmd barumsa 6 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.

5. Hin Sodaatin—Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 6 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 73

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 11 key. 1-4, seensa kutaa 4 fi saanduqoota ful. 98-99 irra jiran

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi