LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Caamsaa ful. 8-9
  • Waxabajjii 3-9

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 3-9
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Caamsaa ful. 8-9

WAXABAJJII 3-9

FAARFANNAA 45-47

Faarfannaa 27 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yesuusii fi misirroon isaa fakkeenyaan ibsamte harka wal qabatanii samii irraa lafa ilaalaa jiru.

Yesuus misirroo isaa warra 144,000 wajjin

1. Faarfannaa Waaʼee Cidha Mootii Tokkoo Ibsu

(Daq. 10)

Faarfannaan 45 waaʼee cidha Masiihii isa Mootii taʼee ibsa (Fr 45:1, 13, 14; w14 2/15 10 key. 8-9)

Cidhi Mootichaa Armaagedoon booda raawwatama (Fr 45:3, 4; w22.05 17 key. 10-12)

Cidhi gaaʼelaa kun nama hundumaaf eebba argamsiisa (Fr 46:8-11; it-2-E 1169)


AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: Misiraachoo waaʼee Yesuus isa Mootii Keenya taʼee ibsu labsuuf ‘kakaʼeeraa?’—Fr 45:1.

Namoota jannata keessa gammachuudhaan jiraatan.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 45:16—Caqasni kun jireenya jannata keessatti jiraannu ilaalchisee maal nu barsiisa? (w17.04 11 key. 9)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 45:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. (lmd barumsa 1 qabxii 3)

5. Haasaa

(Daq. 5) ijwbv 26—Mataduree: Hiikni Faarfannaa 46:10 maalidha? (th qoʼannaa 18)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 4) Hojiin Argisiisa. g-AM 12/10 22-23—Mataduree: Sodoomummaadhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (lmd barumsa 6 qabxii 5)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 131

7. Hiriyaa Gaaʼelaa Keessan Jaallachuu Keessan Itti Fufaa

(Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

Fakkii viidiyoo “Gaaʼela Gammachiisaa Qabaachuuf: Jaalala Walitti Argisiisaa” jedhamu irraa fudhatame. Abbaa manaa fi haadha manaa barcuma dalgee irra taʼanii jiran; abbaan manaa adda ishee dhungachaa jira.

Guyyaan cidhaa yeroo baayʼee gammachiisaa taʼedha. (Fr 45:13-15) Yeroo baayʼee hiriyoota gaaʼelaadhaaf guyyaan cidhaa yeroo baayʼee gammachiisaa taʼedha. Haataʼu malee, hiriyoonni gaaʼelaa gammachuun kun guutummaa jireenya isaanii keessatti akka itti fufuuf maal gochuu dandaʼu?—Lal 9:9.

Jaalala walitti argisiisuun gaaʼelli gammachuu akka qabaatu godha. Hiriyoonni gaaʼelaa fakkeenya Yisihaaqii fi Ribqaa hordofuun isaanii baayʼee isaan gargaara. Kitaabni Qulqulluun gaaʼela godhatanii waggaa 30 boodallee baayʼee akka wal jaallatan ibsa. (Uma 26:8) Hiriyoonni gaaʼelaa jaalala akkasii waliif qabaachuuf maaltu isaan gargaara?

VIIDIYOO Gaaʼela Gammachiisaa Qabaachuuf: Jaalala Walitti Argisiisaa jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Hiriyoonni gaaʼelaa utuma wal bira jiranii akka walirraa fagaatan wanti godhu maalidha?

  • Hiriyoonni gaaʼelaa hiriyaan gaaʼelaa isaanii jaallatamaa fi kunuunfamaa akka jiru akka isatti dhagaʼamuuf maal gochuu qabu?—HoE 20:35

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 5)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 10 key. 13-21

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 111 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi