ADOOLESSA 1-7
FAARFANNAA 57-59
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
Saaʼol Mootichaa fi namoota isaa, Daawitiin qabuu erga dadhabanii booda
1. Yihowaan Warra Sabasaa Morman Abdii Kutachiisa
(Daq. 10)
Daawit, Saaʼol Mooticha dhokachuuf dirqamee ture (1Sa 24:3; ibsa jalqaba Faarfannaa 57rra jiru)
Yihowaan warra Daawitiin mormaa turan abdii kutachiiseera (1Sa 24:7-10, 17-22; Fr 57:3)
Yeroo baayʼee dabni mormitoonni qopheessan isaanuma miidha (Fr 57:6; bt 252 key. 14-15)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yommuu mormiin narra gaʼu Yihowaatti akkan amanamu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’—Fr 57:2.
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Fr 57:7—Garaa cimaa qabaachuu jechuun maal jechuudha? (w23.07 18-19 key. 16-17)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 59:1-17 (th qoʼannaa 12)
4. Carraaqqii Gochuu Kee Itti Fufi—Phaawulos Maal Godhe?
(Daq. 7) Mariidhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis, lmd barumsa 7 qabxii 1 fi 2rratti mariʼadhaa.
5. Carraaqqii Gochuu Kee Itti Fufi—Fakkeenya Phaawulos Hordofi
(Daq. 8) lmd barumsa 7 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu
Faarfannaa 65
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 12 key 1-6 fi saanduqa ful. 108rratti argamu