LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Adoolessa ful. 12
  • Hagayya 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Adoolessa ful. 12

HAGAYYA 12-18

FAARFANNAA 73-74

Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Namoota Yihowaa hin Tajaajilletti Yoo Hinaafne Maal Gochuu Qabna?

(Daq. 10)

Namoota Waaqayyoon hin tajaajilletti hinaafuu dandeenya (Fr 73:3-5; w20.12 19 key. 14)

Obboloota keenyarraa adda of baasuu mannaa, isaanii wajjin Yihowaa waaqeffachuudhaan ilaalcha gaarii qabaachuu ni dandeenya (Fr 73:17; Fak 18:1; w20.12 19-20 key. 15-16)

Namoonni Waaqayyoon hin tajaajille “lafa mucucaatu irra” jiru, warri isa tajaajilan immoo ‘ulfina’ argatu (Fr 73:18, 19, 24; w14 4/15 4 key. 5; w13 2/15 25-26 key. 3-5)

Shamarreen Dhugaa baatuu taate tokko yeroo ijoolleen mana barumsaashee yommuu taphatanii fi moobaayilii tuttuqan ilaaltee hinaafaa jirti.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 74:13, 14—“Lewaataan” maal argisiisa? (it-2-E 240)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 74:1-23 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Yaada dhiheenyatti gumii irratti baratte tokko nama beektutti himuuf carraa si dandeessisu argachuuf yaali. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADDABAABAAYII. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeriitii qoʼachiisi. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq 89—Mata duree: Amantiin Hundi Gaariidhaa? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 72

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 14 key. 1-6 fi saanduqa ful. 126​rratti argamu

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 98 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi