LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Fulbaana ful. 8-9
  • Fulbaana 30–Onkoloolessa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 30–Onkoloolessa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Fulbaana ful. 8-9

FULBAANA 30–ONKOLOOLESSA 6

FAARFANNAA 90-91

Faarfannaa 140 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Umuriin Keessan Akka Dheeratuuf Yihowaatti Amanamaa

(Daq. 10)

Nuti ilmaan namootaa, dinqiidhaan hamma namni jiraachuu dandaʼu caalaa umurii keenya dheeressuu hin dandeenyu (Fr 90:10; wp19.3 5 key. 4-6)

Yihowaan “bara baraa hamma bara baraatti” jiraata (Fr 90:2; wp19.1 5, saanduqa)

Inni namoota isatti amanamaniif jireenya bara baraa kennuu ni dandaʼa, ni kennas (Fr 21:4; 91:16)

Doktarri tokko halkaniin obboleessa hospitaala ciisee jirutti waraqaa fi qalama kennuuf yaalaa jira.

Yaalii fayyaa ulaagaalee Yihowaa wajjin wal hin simne fudhachuudhaan hariiroo isaa wajjin qabdu matumaa hin balleessin. —w22.06 18 key. 16-17.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 91:11—Gargaarsa maleekonni nuu godhaniif ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? (wp17.5 5)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 91:1-16 (th Qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama haasofsiistutti utuu waaʼee Kitaaba Qulqulluu hin kaasin, Kitaabni Qulqulluun jireenyasaa kan fooyyessu akkamitti akka taʼe baruuf wanta xiyyeeffannaa isaa harkisu beekuuf yaali. (lmd barumsa 1 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. (lmd barumsa 1 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 5—Mata duree: Bara Baraaf Lafarra Jiraachuu ni Dandeessa. (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 158

7. Baayʼina Obsa Waaqayyoo Dinqisiifadhaa—Ilaalcha Yihowaan Yeroodhaaf Qabu

(Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Ilaalcha Yihowaan yeroodhaaf qabu qabaachuun keenya waadaawwan Yihowaan nuuf gale obsaan eeguuf kan nu gargaaru akkamitti?

Daawwattoonni gaararra dhaabbatanii samii urjiidhaan guutame ilaalaa jiru.

8. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Fulbaanaaf Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 16 key. 1-5 fi saanduqa ful. 146​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 68 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi