LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Fulbaana ful. 6-7
  • Fulbaana 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Fulbaana ful. 6-7

FULBAANA 23-29

FAARFANNAA 88-89

Faarfannaa 22 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Bulchiinsi Yihowaa Hundarra Caala

(Daq. 10)

Bulchiinsi Yihowaa haqa dhugaa argamsiisa (Fr 89:14; w17.06 28 key. 5)

Bulchiinsi Yihowaa gammachuu dhugaa argamsiisa (Fr 89:15, 16; w17.06 29 key. 10-11)

Bulchiinsi Yihowaa bara baraaf tura (Fr 89:34-37; w14 10/15 10 key. 14)

Fakkiiwwan: Obboleessi tokko akkaataa Yihowaan itti bulchu kan addunyaa kanaa wajjin wal bira qabee yaadaa jira. 1. Namoonni hiriira siyaasaarratti wal falmaa jiru. 2. Obboloonni walg⁠a⁠ʼii gumiirratti nagaa wal gaafachaa jiru.

Akkaataa Yihowaan itti bulchu hundarra kan caalu taʼuusaarratti xiinxaluun keenya odeeffannoowwan siyaasa tokko akka deggeruuf qophaaʼan yeroo nu mudatan walaba taanee jiraachuuf nu gargaara

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 89:37—Garaagarummaan amanamummaa addeessi argisiistuu fi amanamummaa namoonni argisiisan gidduu jiru maalidha? (cl 337-338 key. 4-5)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 89:1-24 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) LALLABA ADABAABAYII. Nama amantaa Kiristiyaanaa hin hordofne Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 5 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Kitaabni Qulqulluun akkamitti akka qoʼatamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 9)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq 181—Mata duree: Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Maalii Dubbata? (th qoʼannaa 2)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 94

7. Ulaagaaleen Yihowaa Hundarra kan Wayyanidha

(Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

Namoonni hedduun Wanti Kitaabni Qulqulluun saalqunnamtii fi gaaʼela ilaalchisee dubbatu sirrii kan hin taanee fi yeroon kan itti darbe akka taʼe dubbatu. Yeroo hundumaa ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu hordofuun isiniif gaarii akka taʼe mirkaneeffattaniittuu?—Isa 48:17, 18; Rom 12:2.

    :Suuraawwan viidiyoo “Sababan Itti Amane​—⁠Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?” jedhamurraa fudhataman. Huugoo fi Kilaaraa.
  • Ulaagaalee naamusaa addunyaa kanaa amanuu kan hin qabne maaliifi? (Er 10:23; 17:9; 2Qo 11:13-15; Efe 4:18, 19)

  • Fakkiiwwan: Fakkiiwwan viidiyoo “Sababan Itti Amane​—⁠Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?” jedhamurraa fudhataman. 1. Taableetii mallattoo jw.org mu⁠⁠l⁠ʼisu. 2. Huugoon baaburaan yeroo imalutti moobaayilii isaarraa Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jira. 3. Kilaaraan kadhachaa jirti.
  • Ulaagaalee naamusaa Yihowaa amanuu kan qabnu maaliifi? (Yoh 3:16; Rom 11:33; Tit 1:2)

Kitaabni Qulqulluun namoonni ulaagaalee naamusaa Yihowaatiif hin ajajamne “Mootummaa Waaqayyoo akka hin dhaalle” barsiisa. (1Qo 6:9, 10) Haataʼu malee sababiin ulaagaalee naamusaa Yihowaa itti hordofnu kanuma qofadhaa?

VIIDIYOO Sababan Itti Amane—Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo? jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Ulaagaaleen naamusaa Waaqayyoo kan nu eegan akkamitti?

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 5)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 15 key. 15-20

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 133 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi