LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Fulbaana ful. 13
  • Onkoloolessa 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Fulbaana ful. 13

ONKOLOOLESSA 21-27

FAARFANNAA 100-102

Faarfannaa 37 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Jaalala Amanamaa Yihowaadhaaf Galateeffannaa Akka Qabdan Argisiisaa

(Daq. 10)

Yihowaadhaaf jaalala cimaa horadhaa (Fr 100:5; w23.03 12 key. 18-19)

Wantoota michummaa Yihowaa wajjin qabdan isin jalaa balleessuu dandaʼanirraa fagaadhaa (Fr 101:2, 3; w23.02 17 key. 10)

Namoota Yihowaa fi jaarmiyaasaa maqaa balleessanirraa fagaadhaa (Fr 101:5; w11 7/15 16 key. 7-8)

Obboleessi tokko moobaayilii isaa ilaalaa jira. Wantoota miidiyaa hawaasaarratti maxxanfaman, kanneen akka gabaasa, oduu, suuraa, ergaa fi mallattoolee miiraa fi wantoota garaagaraa ibsaniin marfamee jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Akkaataan ani miidiyaa hawaasaatti itti fayyadamu hariiroon Yihowaa wajjin qabu na jalaa balleessuu dandaʼaa?’

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 102:6—Faarfatichi allaattii bishaaniitti kan of fakkeesse maaliifi? (it-2-E 596)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 102:1-28 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 2 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 5) MANAA GARA MANAA. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 4) Hojiin argisiisa. ijwbq 129—Mataduree: Kitaabni Qulqulluun Jijjiirameeraa Yookiin Faalameeraa? (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 137

7. ‘Ani Sitti Nan Maxxana; Atimmoo Cimsitee Na Qabda’

(Daq. 15)

Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Haannaan jaalala amanamaa kan argisiiste akkamitti?

  • Nutoo fakkeenyashee hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 17 key. 1-7

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi