LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Sadaasa ful. 10-11
  • Muddee 16-22

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 16-22
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Sadaasa ful. 10-11

MUDDEE 16-22

FAARFANNAA 119:57-120

Faarfannaa 129 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Rakkina Dandamachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

(Daq. 10)

Dubbii Waaqayyoo dubbisuu fi qoʼachuu kee itti fufi (Fr 119:61; w06 6/15 20 key. 2; w00-AM 12/1 14 key. 3)

Rakkina sirra gaʼu akka si qulqulleessu heyyami (Fr 119:71; w06-AM 9/1 14 key. 4)

Yihowaan akka si gargaaru kadhadhu (Fr 119:76; w17.07 13 key. 3, 5)

Obboleessi dhukkubsate tokko siree irra ciisee haadha manaasaa wajjin kadhachaa jira.

AKKAS JEDHII OF GAAFADHU, ‘Yihowaan rakkina akkan dandamadhu kan na gargaare karaawwan kamiini?’

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 119:96—Hiikni caqasa kanaa maal taʼuu dandaʼa? (w06-AM 9/1 14 key. 5)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 119:57-80 (th barumsa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Nama haasofsiistu sanatti weebsaayitii keenya argisiisi; achiis kaardii jw.org kenniif. (lmd barumsa 2 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni haasofsiistu sun haasaa sabaa yeroo itti aanu dhihaaturratti akka argamu affeeri. Viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhu itti argisiisi (lmd barumsa 8 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Hojiin Argisiisa. ijwbq 157—Mata duree: Balaawwan Uumamaa Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha? (lmd barumsa 3 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 128

7. Yihowaan Akka Dandamattu si Gargaara

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Dandamachuu jechuun utuu abdii hin kutatin haala ulfaataa keessa jabaannee dhaabbachuu jechuudha. Kana gochuun cimnee dhaabbachuu fi rakkina nurra gaʼuuf ilaalcha sirrii qabaachuu dabalata. Jabaannee kan dhaabbannu yoo taʼe “duubatti hin deebinu” ykn haalli rakkisaa nu mudatus Yihowaa tajaajiluu keenya hin dhiisnu. (Ibr 10:36-39) Yihowaan rakkina akka dandamannu nu gargaaruuf fedhii guddaa qaba.—Ibr 13:6.

Caqasoota armaan gaditti barreeffaman biratti Yihowaan akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe barreessi.

  • Luq 11:13

  • Rom 8:25

  • 1Tas 5:11

  • Yaq 1:5

Viididyoo, “Warra Qorumsa Dandamachaa Jiraniif Cimsaa Kadhadhaa” jedhamurraa kutamee kan fudhatame 1. Maatiin Wiilsan gilgaala “Michuu Yihowaa Taʼi​—Warra Kaaniif Kadhadhu” jedhamu qoʼachaa jiru 2. Giliinis kadhachaa jira.

Viidiyoo Warra Qorumsa Dandamachaa Jiraniif Cimsaa Kadhadhaa jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Weebsaayitii jw.org fayyadamuudhaan waaʼee obboloota keenya rakkina keessa jiranii beekuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Warri ijoolleen isaanii warra kaaniif akka kadhatan leenjisuu kan dandaʼan akkamitti? Kunoo faayidaa akkamii argamsiisa?

  • Obboloonni keenya jabaatanii akka dhaabbatan Yihowaan akka isaan gargaaru kadhachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

  • Warra kaaniif kadhachuun rakkina dandamachuuf kan nu gargaaru akkamitti?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 19 key. 14-20, saanduqa ful. 174 irra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 32 fi kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi