Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Jireenyi Koo Mancaʼaa Jira Ture
Solomooneen jireenya fooyyaʼaa nan argadha jedhee abdachuudhaan gara Yunaayitid Isteetis deeme. Achitti garuu qoricha sammuu namaa hadoochu fudhachuu jalqabe, akkasumas mana hidhaa gale. Jireenya isaa sirreessuuf maaltu isa gargaare?
Jw.org/om irraa WAAʼEE KEENYA > MUUXANNOOWWAN > KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA jedhu jalaa ilaali.
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Warra Kaan Biratti Fudhatama Yoon Dhabe Maalan Godha?
Namoota amalli isaanii rakkina qabu biratti fudhatama argachuu moo, eenyummaa kee eegdee jiraachuutu caalaatti barbaachisaa dha?
Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.