Maxxansa Qoʼannaa
GURAANDHALA 2020
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: EBLA 6–CAAMSAA 3, 2020
© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Dargaggeessi Israaʼel tokko dhiironni lama naannoo buufatichaa keessatti akka raajotaa taʼaa akka jiran isaanitti himuuf gara Musee fi Iyaasuutti fiigaa dhufe. Iyaasuunis Museen namoota kana akka dhoowwu isa gaafate, Museen garuu ni dide. Kanaa mannaa Yihowaan hafuura isaa namoota kana lamaan irra kaaʼuu isaatti akka gammade Iyaasuutti hime (Mata duree qoʼannaa 8, keeyyata 10 ilaali)