LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Amajjii ful. 10-11
  • Guraandhala 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Amajjii ful. 10-11

GURAANDHALA 10-16

FAARFANNAA 147-150

Faarfannaa 12 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Faarfataan tokko samii urjiidhaan guutame ilaalaa Yihowaa jajachaa jira. Manni Qulqullummaa Yerusaalem immoo isatti dhihoo jira.

1. Sababa Yihowaa Itti Jajannu Hedduu Qabna

(Daq. 10)

Dhuunfaatti kunuunsa nuuf godha (Fr 147:3, 4; w17.07 18 key. 5-6)

Inni humna keenya ni beeka, akkasumas humna isaatti fayyadamee nu gargaara (Fr 147:5; w17.07 18 key. 7)

Saba isaa keessaa tokko akka taanu mirga nuuf kenneera (Fr 147:19, 20; w17.07 21 key. 18)


AKKANA JEDHII OF GAAFADHU, ‘Yihowaa jajachuuf wanti na kakaasu kan biraan maalidha?’

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fr 148:1, 10—‘Simbirroonni baallee qaban’ Yihowaa kan jajatan akkamitti? (it-1-E 316)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 148:1–149:9 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu dhukkuba cimaadhaan akka qabame sitti hime. (lmd barumsa 2 qabxii 5)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDLEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Carraa argattetti fayyadamuudhaan wanta walgaʼiirratti baratte nama haasofsiistutti himuuf yaali. (lmd barumsa 4 qabxii 3)

6. Haasaa

(Daq. 5) w19.03 10 key. 7-11—Mata duree: Yesuusiin Dhagaʼaa—Misiraachicha Lallabaa. Fakkii ilaali. (th qoʼannaa 14)

Hiriyoonni gaaʼela tokko qarqara bishaaniitti nama tokkoof dhugaa baʼaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 159

7. Gabaasa Tajaajilaa Waggaa

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Gabaasa Tajaajilaa Waggaa ilaalchisee beeksisa waajjira dameerraa ergame erga dubbistee booda dhaggeeffattoonni Gabaasa Tajaajilaa Waggaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2024rraa yaada gaggaarii argatan akka dubbatan jajjabeessi. Babalʼistoota waggaa darbe keessa muuxannoo nama jajjabeessu argatanii fi dursitee qopheessiteef gaafannoo godhi.

Obboloonni biyyoota garaagaraatti lallabaa jiru. Gaarii barreeffamaa, viidiyoo konfiransii, manaa gara manaa fi malawwan kan birootti fayyadamanii misiraachicha lallabaa jiru.

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 22 key. 7-14, saanduqa ful. 198, 201 irra jiru

Yaada Xumuraa (Daq.3) | Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi