LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Amajjii ful. 12-13
  • Guraandhala 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Amajjii ful. 12-13

GURAANDHALA 17-23

FAKKEENYA 1

Faarfannaa 88 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Solomoon Mootichi ilma isaa wajjin ala taaʼee gorsa isaaf kennaa jira.

Ilmi Solomoon gorsa abbaansaa isaaf kennu dhaggeeffachaa jira

1. Dargaggootaa—Eenyuun Dhagaʼuu Qabdu?

(Daq. 10)

[VIIDIYOO Beeksisa Kitaaba Fakkeenyaa jedhamu taphachiisi.]

Ogeessa taʼi, akkasumas warra kee dhagaʼi (Fak 1:8; w17.11 29 key. 16-17; fakkii ilaali)

Namoota wanta gaarii hin taane hojjetan hin dhaggeeffatin (Fak 1:10, 15; w05-AM 2/15 19-20 key. 11-12)

Obboleessi dargaggeessi tokko mana barumsaatti bakka miʼasaa kaaʼatu bira dhaabbatee jira, Ijoolleen mana barumsaa isaa muraasni bilbila isaatiin waan gaarii hin taane akka banu dhiibbaa isarratti gochaa jiru. Inni immoo gochuumoo dhiisuun qaba jedhee yaadaa jira.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 1:22—Kitaaba Qulqulluu keessatti jechoonni “gowwaa” fi “gowwoota” jedhan eenyuunfaa argisiisuuf itti hojjetaman? (it-1-E 846)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 1:1-23 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Maree Jalqabuu

(Daq. 2) TAJAAJILA ADDABABAYII. Namni haasofsiistu si falmuu barbaada. (lmd barumsa 6 qabxii 5)

5. Maree Jalqabuu

(Daq. 2) TAJAAJILA ADDABABAYII. Nama fedhii qabuu fi haasofsiistuu wajjin teessoo wal jijjiiraa. (lmd barumsa 1 qabxii 5)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 2) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHAUGAA BAʼUU. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

7. Barattoota Gochuu

(Daq. 5) lff barumsa 16 qabxii 6. Barataa Dinqiin Yesuus raawwate dhugaa taʼuusaa shakku tokko gargaaruuf mata duree kutaa “Qorannoo Dabalataa Godhi” jedhu keessa jiru tokko fayyadami. (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 89

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 22 key. 15-21

Yaada Xumuraa (Daq.3) | Faarfannaa 80 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi