LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Bitootessa ful. 3
  • Bitootessa 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Bitootessa ful. 3

BITOOTESSA 10-16

FAKKEENYA 4

Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Eegduun masaraa irra jiru, warri balbala magaalattii eegan balbala akka cufan itti himaa jira.

Eegdonni diinni yeroo magaalaatti dhihaatu hatattamaan tarkaanfii fudhachaa jiru

1. “Garaa Kee Eeggadhu”

(Daq. 10)

Jechi “garaa” jedhu keessa namummaa keenyaa argisiisa (Far 51:6; w19.01 15 key. 4)

Waan hundumaa caalaa garaa keenya eeggachuu qabna (Fak 4:23b; w19.01 17 key. 10-11; 18 key. 14; fakkii jiru ilaali)

Jireenya keenya ilaaluudhaan haala garaa keenyaa baruu dandeenya (Fak 4:23a; w12-AM 5/1 32 key. 2)

Obboleessi tokko wanti sirrii hin taane moobaayilii isaa irratti yeroo mu⁠⁠l⁠ʼatu irraa garagalaa jira.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak. 4:18—Caqasni kun Kiristiyaanni tokko karaa hafuuraa akkamitti akka guddatu hubachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w21.08 8 key. 4)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak. 4:1-18 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Namni waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhate fedhii akka qabu hubatte. (lmd barumsa 1 qabxii 5)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama beektu tokko Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 2 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Hojiin Argisiisa. ijwfq mata duree 19—Mata Duree: Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaana Duʼaa Kaʼuu Yesuus Kan hin Kabajne Maaliifi? (lmd barumsa 3 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 16

7. Wantoota Jaarmiyichi Raawwatee fi Jiʼa Bitootessaatiif Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

8. Duulli Ayyaana Yaadannoo, Sanbadduraa Bitootessa 15 Jalqaba

(Daq. 5) Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Qophii gumichi duula Ayyaana Yaadannootiif, haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannootiif godhe ibsi. Babalʼistoonni hundi jiʼa Bitootessaa fi Eblaatti sochii tajaajila irratti godhan akka dabalan jajjabeessi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 23 key. 16-19, saanduqa ful. 214​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi