LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Bitootessa ful. 6-16
  • Bitootessa 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Bitootessa ful. 6-16

BITOOTESSA 24-30

FAKKEENYA 6

Faarfannaa 11 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Goondaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?

(Daq. 10)

Goondaa ilaaluudhaan barumsa gaarii argachuu dandeenya (Fak 6:6)

Goondaan geggeessaa hin qabdu; garuu uumamuma isheetiin jabaattee hojjetti, gamtaadhaan hojjetti, akkasumas yeroo gara fuulduraatiif ni qophoofti (Fak 6:7, 8; it-1-E 115 key 1-2)

Goondaa irraa barachuun buʼaa qaba (Fak 6:9-11; w00-AM 9/15 26 key. 3-4)

Goondaawwan baala baatanii deeman.

© Aerial Media Pro/Shutterstock

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 6:16-19—Wantoonni Yihowaan jibbu cubbuuwwan caqasoota kana keessatti tarreeffaman qofadhaa? (w00-AM 9/15 27 key. 3)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 6:1-26 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Firri kee karaa hafuuraa qabbanaaʼe tokko, haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu affeeri (lmd barumsa 4 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Ayyaana Yaadannoo irratti argamuuf hogganaa kee heyyama gaafadhu. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

6. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni haasofsiistu haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 5 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 2

7. Uumamni Yihowaan Akka Gammadnu kan Barbaadu Taʼuu Isaa Mirkaneessa—Bineensota Ajaaʼibsiisoo

(Daq. 5) Mariidhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA Taphachiisi. Achiis, akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Bineeldonni waaʼee Yihowaa maal nu barsiisu?

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 10)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 24 key. 7-12, saanduqa ful. 221​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 126 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi