EBLA 14-20
FAKKEENYA 9
Faarfannaa 56 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Ogeeyyii Ta’aa Malee, Qoostota Hin Ta’inaa
(Daq. 10)
Namni qoostuun gorsa jaalalaan isaaf kenname fudhachuu mannaa, nama gorsa isaaf kenne sanatti mufata (Fak 9:7, 8a; w22.02 9 key. 4)
Namni ogeessi gorsa isaaf kenname ni fudhata, nama gorsa isaaf kennes ni galateeffata (Fak 9:8b, 9; w22.02 12 key. 12-14; w01-AM 5/15 30 key. 1-2)
Namni ogeessi ni fayyadama, isa qoosurra garuu miidhaatu ga’a (Fak 9:12; w01-AM 5/15 30 key. 5)
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
Fak 9:17—“Bishaan hatame” maalidha? Kan ‘miʼaawu’ hoo maaliifi? (w06-AM 9/15 17 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fak 9:1-18 (th qoʼannaa 5)
4. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti argameera. (lmd barumsa 8 qabxii 3)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) LALLABA ADABAABAAYII. Yeroo darbe namni sun Ayyaanni Yaadannoo naannoo isaatii eessatti akka kabajamu akka argatu isa gargaarteetta.(lmd barumsa 7 qabxii 4)
6. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Yeroo darbe namni fira kee taʼe kun Ayyaanni Yaadannoo naannoo isaatii eessatti akka kabajamu akka argatu isa gargaarteetta. (lmd barumsa 8 qabxii 4)
Faarfannaa 84
7. Mirga Tokko Argachuun Keessan Warra Kaanirra Akka Caaltan Godhaa?
(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.
VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkas jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:
“Mirga” jechuun maal jechuudha?
Warri gumii keessatti mirga ta’e tokko qaban akkamitti of ilaaluu qabu?
Mirga warra kaan tajaajiluu argachuun aangoo qabaachuurra ni caala kan jennu maaliifi?
8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 25 key. 5-7, saanduqa ful. 228rra jiru