LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Bitootessa ful. 12-13
  • Ebla 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Bitootessa ful. 12-13

EBLA 21-27

FAKKEENYA 10

Faarfannaa 76 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Dhugumaan Sooressa Taʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

(Daq. 10)

Karaa sooressa taʼuun itti dandaʼamu keessaa tokko namoonni Yihowaa akka beekan gargaaruuf jabaatanii hojjechuudha (Fak 10:4, 5; w01-AM 7/15 25 key. 1-3)

Qajeelummaan qabeenyaan sooressa taʼuu caalaa gatii guddaa qaba (Fak 10:15, 16; w01-AM 9/15 24 key. 3-4)

Eebbi Yihowaa sooressa nama godha (Fak 10:22; it-1-E 340)

Obboleettonni lama walg⁠a⁠ʼii guddaa tokko irratti wal haammachaa jiru.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 10:22—Eebbi Yihowaa ‘rakkina tokko illee hin dabalatu’ erga taʼee, tajaajiltoota isaarra qorumsi kan gaʼu maaliifi? (w06 6/1 16 key. 16)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 10:1-19 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu Waaqayyotti akka hin amanne sitti hime.(lmd barumsa 4 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 4 qabxii 4)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni sun jw.org irraa mata duree xiyyeeffannaa isaa harkisu akka argatu gargaari. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 111

7. Tajaajiltoota Yihowaa Sooreyyii Kan Godhan Eebbawwan Akkamiiti?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu.

Eebbawwan Yihowaan guyyoota dhumaa rakkisoo taʼan kana keessatti tajaajiltoota isaarratti dhangalaasu rakkina dandamachuu fi jireenya fooyyaʼaa jiraachuuf nu gargaaraa jiru. (Far 4:3; Fak 10:22) Caqasoota armaan gadii dubbisi. Achiis eebbi Yihowaa sooressa kan nu godhu akkamitti akka taʼe dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Isa 65:13

  • Luq 11:13

  • Yoh 13:35

Tokko tokko tajaajilasaanii balʼifachuudhaan karaa hafuuraa sooreyyii taʼuu danda’aniiru.

Fakkiiwwan viidiyoo “Dargaggootaa​—⁠Daandii Nagaa Argamsiisu Filadhaa!” jedhamu irraa fudhataman 1. Haarlii. 2. Anjiil. 3. Kaarlii.

VIIDIYOO Dargaggootaa—Daandii Nagaa Argamsiisu Filadhaa! jedhu taphachiisi. Achiis akkas jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Muuxannoo Haarlii, Anjiilii fi Kaarliirraa maal barattan?

8. Gabaasa Sagantaa Kutaa Diizaayinii fi Ijaarsaa Naannoo 2025

(Daq. 8) Haasaa. VIIDIYICHA taphachiisi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 25 key. 8-13, saanduqa ful. 229​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 115 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi