FULBAANA 1-7
FAKKEENYA 29
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Amantiiwwanii fi Aadaawwan Kitaaba Qulqulluurratti hin Hundoofnerraa Fagaadhaa
(Daq. 10)
Yihowaadhaaf yoo ajajamtan gammachuu dhugaa qabaattu (Fak 29:18; wp16.6 6, saanduqa)
Ogummaa aadaan tokko Yihowaa kan gammachiisu taʼuu fi dhiisuusaa beekuuf isin gargaaru qabaachuuf kadhadhaa (Fak 29:3a; w19.04 17 key. 13)
Dhiibbaa aadaa Kitaaba Qulqulluurratti hin hundoofne akka hordoftan isinirra gaʼu dandamadhaa (Fak 29:25; w18.11 11 key. 12)
Kitaaba Qulqulluu fayyadamtee qorannaa gochuun kee fi yaada kee akka gaariitti ibsuun kee dhiibbaa sirra gaʼu moʼuuf si gargaara
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
Fak 29:5—Warra kaan garaadhaa galateeffachuu kan qabnu maaliifi? (w17.10 9 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fak 29:1-18 (th qoʼannaa 5)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Haasaa addaarratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 2 qabxii 3)
5. Marii Jalqabuu
(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Marii jalqabuuf Masaraa Eegumsaa Lakk. 1 2025tti fayyadami. Namni haasofsiistu mariʼachuu kan barbaadu waaʼee mata duree kan biraa akka taʼe yeroo ibsu sirreeffama godhi. (lmd barumsa 3 qabxii 3)
6. Marii Jalqabuu
(Daq. 5) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama waaʼeen waraanaa akka isa yaaddessu dubbateef Masaraa Eegumsaa Lakk. 1 2025 kenniif. (lmd barumsa 3 qabxii 4)
Faarfannaa 159
7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) lfb seensa kutaa 4 fi barumsa 14-15